Daniel 9:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, nu d'agayi nu ilaali, gaargala nu keesa jirufi d'iba dira maqa kanke qabu argi. Nu d'uga qamna jenne si inkad'annu, ammo maro naasu tante guddotifi si kad'anna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! yabo'oo naa dhagayi; rakkoo keennaa fi badii qachaa maqaa keetiin waamamtuu laali; nu'u wonti si kadhannuuf araara kee hedanneeti malee hujii keenna misha'aan dhaadata'aatii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, maganne'e naa dhage'i; rakkoo teennaa fi badii qachaa maqaa keetiin waamamuu ilaal. Nuuti balchummaa teennaaf adoo hin te'in, marartii teeti guddo'otti addannee daadimata keenna gara keeti dhikeeffanna.