Daniel 9:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna qara ka inni hayyu tahe, ato anini kitaaba qulqullo soome ganna torbatama ka badi dira Yerusalemu heregu, dubbi duri AABBO Waaqi raaga Yeremiani jed'e qaabad'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni mooyee woggaa jalqabaatitti ani Daani'eel kitaabbilee woyyuu laala'aa akkaataa Rabbi Ermiyaasii raattichatti dubbateen Yerusaalem diiggamtee tuulaa waan diiggamee taatee hennaan jiraattu woggaa torbaatamaa akka ta'e beeke.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara mootummaa isaa woggaa tokkeesso'ootitti, ani Daani'el, akkuma Mootiin Waan Maraa raagicha Ermiyaasitti dubbate, diigamiis Yerusaalemii woggaa torbaatama akka turu, Barreeffama Woyyicha keessaa hubadhe.