Daniel 9:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini tae Waaqa kad'ad'e ch'ubbu tiyyafi ta gumi tiyya Israeli hime, AABBO Waaqa kiyyati bohe, mana kanke qulqullo mid'aasi jaari isaani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani cubbuu kiyyaa fi cubbuu Israa'elii worra kiyyaa himata'aa waan gaara isaa woyyichaatiif Rabbii Waaqa kiyya afo'otti kadhaa kiyya uduu wol irraa hin kunne kadhadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani cubbuu tiyyaa fi cubbuu kolbaa tiyya Israa'elii adoo dhugaa bayiisatti jiruu, marroo gaara woyyicha Waaqa kiyyaatiif, Mootii Waan Maraa Waaqa kiyya gaafataa,