Daniel 9:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato anini kad'achumati jiru, Gabrielini, namichi anini daayya qara taani keesati arge, barise nati gabue. Hojaani suni hojja sorio galgala baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduma kadhata'aaru maleekkichi Gabri'eel ka ani jalqaba mudhataan arge gara hulee ani jiruu ariifatee barara'aa dhufe; hennaan sun hennaa ciincaa galgalaa itti dhiyeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
adoo daadimatiisatti jiruu, ergamaan Waaqaa Gabri'eel ka akka namaa fakkaateeruun ani qara mudhi'iin dhagge sun, yennaa ciincaan galgalaa dhikaatutti, gara kiyya xinniqaa dhufe.