Daniel 9:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni torbatama maro torba ganna Waaqi aka gosa tanteetifi dira kanke qulqullo ch'ubbufi hameenna suni keesaa baasu fohate. Ch'ubbu namaa araaramani, d'uga haga jiru jireenna jirtule namaa kennani aka daayyafi fagiisi guutame Mana Waaqa qulqullo maro lameeso jaraani eebisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Torbaan torba hennaa torbaatamaa jedhame hennaa Rabbi banii keetii fi qachattii woyyoomte cubbu'uu fi waan hamaa jalaa bilisa baasu'uuf murteeffate; yakki namaa dhiifama; murtii haqaa ka baraa haga bara baraatitu baay'ata; mudhanninii fi raanni hin raawwatama; manni woyyuunillee hin haarawooma.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Balleessaan akka hattuuf, cubbuu hujiis akka dhaabbattu, yakka'aaf araarri akka kennamu, balchummaan bara baraa akka dhuttuuf, mudhi'ii fi raaga irratti chaappaan akka godhamu, Addeen Irra caalaa Woyyittiin akka muudantuuf, torbaan torbaatam kolbaa teeti irratti laffameera.