Daniel 9:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi bari sunini dabre, namicha Waaqi fohate kaani akanumati ijeesani wollaala male. Duuli hayyicha jaba toko lafa suni had'e dirafi Mana Waaqa balleesa. Duuba muummeeni akuma lolaa fach'aate, woraanafi badi Waaqi kurfeeseni d'ufti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Torbee jahaatamii lamaan maayessa Masihicha haqa tokko malee ajjeesan; inni wonti du'uuf waan ufiitiifii miti; loltoonni bulchaa dhufuu mana woyyu'uu fi qachattii diigan; dhumti isaallee akka lola'aatitti dhufa; waan badii labsaniif lolli haga dhumaa wol irraa hin citu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bulchaan Muudame torbaan jaatamii lama saniin duuba, haqa malee hin ijjeefama; loltooti bulchaa dhibii ka dhufuu, qachaa Yerusaalemiitii fi Galma Waaqaa hin balleessan; muummeen qachaa Yerusaalemiitii fi Galma Waaqaa lola'aan teeti; badiin waan itti laffanteefille lolli haga dhumaatitti hin te'a.