Daniel 9:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba guddise Waaqa gudda kad'ad'e, ufi agabse, ch'arqi naqad'e, daara keesati gale,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani uffata gaddaa uffadhee daaraa irra taa'ee kadhatu'uuf fuula kiyya gara Rabbii Gooftaa kiyyaa deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ani woyaa gaddaa uffadhee, daadhaa irra tee'ee, laamiisaan, daadimatiisaa fi gaafatiisaan fuula kiyya gara Mootii Waan Maraa Waaqatti deebifadhe.