Daniel 9:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa kiyyati bohe, ch'ubbu gumi tiyya iti hime waan jed'e, Waaqa gudda, atini gudda, nuleeni si guddimna, atini wold'aqisa kanke jabeesite, nama si jaalate dubbi tante guutule hojja ch'ufa jaalata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbii Waaqa kiyyatti cubbamaa ta'uu himata'aa «Ati worra si jaalatanii fi worra ajaja kee eeganii waadaa keetii fi jaalala kee ka baraa haga bara baraa isaanii eeddu; guddaanii fi ka sodaatamuu barbaachisu si'i; Rabbii Gooftaa keenna,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani cubbuu tiyya himataa, «Ee Mootii Waan Maraa, ati gudda'a, hin sodaachittalle'e! Worra si jaalatuu fi worra seera keeti eegatuuf, waadaa galtee fi jaalala keeti ka bara baraa hin eegatta.