Deuteronomy 1:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa ch'ufa keesa nama qaro, ka hubachafi beekha qabu filad'a, duuba anini jara suni gudda keesani tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin gosa keessan keessaa worra ogeeyyii, worra waa hubatanii fi namoota waa beekan filaa'a; ani garuu bulchaa keessan isaan taasisaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin namoota qaroolee, hubanti'ii fi ulfinna qabanu gosa teessan fila'a; anille akka isaan sooressitoota teessan te'anu hin godha» jennaan,