Deuteronomy 1:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi anini iti hime waan jed'eeni, Dubbi wold'abisa ta nama keesani iraa d'uftu laala. Dubbi wold'abaa tana ch'ufa aka dansaa qoraa, ato isiini nama keesanifi keessuma isani keesa teetu iraa d'uftele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa san, ‹waan obboleeyyan keessanii dhagayaa'a; namaa fi obboleessa isaa nama isaanitti galee isaan woliin jiraatu jiddu'utti dhugaa murteessaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa san abbootii mura'aa teessan ajajee «Moromaa kolbaa teessan wodhakka'atti kaatu yookiin nama Israa'elii tokkoo fi alagaa wodhakka'atti kaatu ilaala'aatii, muraa dhuga'aa kenna'a.