Deuteronomy 1:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama tokole ira inch'iisina dubbi murtani keesa ato inni nama fed'e taatele, waan inni tahe gula wollaala iti mura. Nama tokole insodaatini, wonti akanatiifi wonti isani murtani Waaqa iraa d'ufti. Yo dubbini isani d'ibde natiini koota, nati mura.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo murtii murteessitan nama wol hin caalchisinaa'a; akkuma nama guddaa jalaa dhageettan nama diqqaa jalaallee dhagayaa'a; murtiin ka Rabbii waan ta'eef nama hin sodaatinaa'a waan dubbattan keessaa wonti isinitti ulfaate yoo jiraate gara kiyya fidaa'a; ani isinii dhagayaa› jedhee worra murti'ii keessan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muraa kennitanu irratti hin golina'a; nama gudda'aa fi nama diqqaalle wol qixa ilaala'a. Muraan ta Waaqaa waan teeteef, nama tokkolle hin sodaatina'a. Waan guddoo isinitti ulfaate natti fida'a, ani hin ilaala» jedhe.