Deuteronomy 1:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu waan AABBO Waaqi keenna tolcha nuuni jed'e, tolchine. Duuba gaafa gaareeni Amoriti godaane, gaara Sinaiti kaane lafa aloo ballo nama sodaachiftu keesa dabarre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Nullee waan Rabbiin Waandhi keenna nuun jedhe maraa goone; gaara Siina'aatii kaanee gara gaara biyya Amoorotaa fidu gammoojjii keessaan Barnee Qaadesii geenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba nuuti akkuma Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna nu ajajetti gaara Siinaatii kaanee, akkuma dhaggitane, goomolee badho'oo fi sodaachittuu keessa karaa biyya koobittii Amoorotaatiin, gara biyya Qaadesh-Barne'aa dhandhe.