Deuteronomy 1:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'e isani amma yayu lafa gaareeni ta Amoritini baatani ta AABBO Waaqi keenna Waaqi ababoota teenna, nu kennuti jiru kuno suni, ilaala. Beena, aka inni jed'e iti qubad'a. Irinch'ich'ina yokhaani insodaatina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee akkana isiniin jedhe, ‹Isin gara lafa Rabbi nuu kennuu ta biyya worra Amoorotaa dhuftaniirtan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani isiniin, «Isin biyya koobittii Amoorotaa, ta Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna nu'uuf kennu geettaneertan.