Deuteronomy 1:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani gungumtani waan jettani AABBO Waaqi nu jibba, tanaafi inni lafa Misiri keesaa nuu baase harka worra Amoriti nu kenne aka worri nu hobaasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daasee wol gayi'ii keessan keessatti akkana jettanii gungumtan ‹Rabbi waan nu jibbeef nu balleessu'uuf harka worra Amoorotaatitti dabarsee nu kennu'uuf biyya Misiriitii nu baase;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin dunkaanii teessan keessatti gunguntanee, «Mootiin Waan Maraa nu jibbee, worri Amoorotaa akka nu balleessuuf, harka isaaniititti dabarsee nu kenniisaaf biyya Gibxi'ii keessaa nu baase.