Deuteronomy 1:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu achi iyyaanu, insodaanna worri nu ergine waan nuni jed'e, worri lafa suni worra jajaba d'ed'eera, haga arba gagahu, ka dira worrale naabo isaa d'akhaani marsani waaqati d'aabani jaarani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
eessa baana; eessa dhandha? baniin baay'e'e, hojjaan isaanii nu caala, qachoonni isaanii gugurdaa Samii gawu ka dhaga'aan kalame; akkasuma ijoollee Eenaaqiillee achitti argine jedhanii obboleewwan keenna nu sodaachisanii garaa nu balleessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti eessa dhaquu dandeenna ree? Namooti nuuti ergine, ‹Namooti achi jiru nu caalaa worra jajjaba'aa fi worra dhedheera'a; qachootille gugurda'a; dalleenni dhaka'aa ka qachoota saniille haga ol-gubba'aa dheerata; sanyii Aanaaqotaalle achitti dhaggineerra› jedhanee nu sodaachisaneeran» jettane.