Deuteronomy 1:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi keesani isani dura deeme, nyaapa isani dura had'a, akuma isani lafa Misiritiifi ta alooleti agartani kaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi keessan ka isin afoo deemu akkuma isin hennaa biyya Misiriitii fi lafa gammoojji'ii keessatti waan mishaa mara isinii godhe ammallee isinii lola.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan ka isin dura deemu, biyya Gibxi'ii keessatti ila teessan duratti akkuma isiniif tolche, isiniif hin lola.