Deuteronomy 1:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ato anini waan kana ch'ufa isaniini jed'ele isani AABBO Waaqa d'ugefachu diddani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee ta'ee garuu hulee itti quphachu'uuf isinii ta'u isinii barbaadu'uuf karaa deemuun isin barbaachisullee akka isinitti mudhisu halkan ibiddaan, guyyaa duumessaan Rabbii Waaqa keessan ka isin afoo deema'aa ture waan kanaan hin amanneen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tun teetulle, isin Mootii Waan Maraa Waaqa keessanitti hin addanne.