Deuteronomy 1:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jed'e, Isaniini tokoleeni, nami d'aloota ch'ubbu kana keesa jiru lafa gabbo dansa anini abbooti teesani kakhad'e inargattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹lafa michuu abboota isaaniitii hin kenna› jedhee waadaa gale namoota hammeeyyii kanniin keessaa namni tokkollee lafa tana hin argu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dhaloota hamaa kana keessaa nami tokkolle lafa dansaa ani abbootii teessanii kenniisaaf waadaa gale san hin dhaggu.