Deuteronomy 1:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kalebu ilma Yefune male, isa ch'allati naa saalfate nama d'uga naa tahe, tanaafi anini isaafi ilmaani isaati lafa worri dooyate taani kennaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ilma Yoofoonii Kaaleebiin malee; inni ammo hin arga; inni waan guddisee Rabbiin duukaa bu'eef, lafa inni ijjate isaa fi ijoollee isaatii kenna›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilma Yofune'ee Kaaleb malee, nami lafa san dhaggu hin jiru; inni lafa san hin dhagga; inni gadhaa tokkochaan ana Mootii Waan Maraa waan hordofeef, ani lafa inni miila ifiitiin irra ijjate mara isaaf, sanyii isaatiifille hin kenna» jedhe.