Deuteronomy 1:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yoshuani, ilmi Nuni ka amma isani dura deemu, lafa suni inseena. Isa garaa jabeesa; wonti akanatiifi isumati Israeli lafa suni d'aalchisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ilma Nawwe'ee Iyyaasuu isin afoo dhaabatutu itti gala; inni waan lafa san ijoollee Israa'elii dhaalchisuuf jajjabeessi›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun ilmi Nunii qarqaaraan keeti ammoo gara lafa sanii hin gala; inni kolbaan Israa'elii lafa san akka dhaaltu waan godhuuf, ati isa jajjabeessi.