Deuteronomy 1:39 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba AABBO Waaqi waan nu ch'ufaani jed'e. Ilmaani didiqo waan hamtufi waan dansa gargari imbeenneti lafa suni seena, ilmaani isani Nyaapati qaqabe jettani taani. Anini lafa suni worraa kenne, worrileeni duuba ind'aala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Achiin maayessa Rabbi nu maraanuu ‹Ijoolleen teessan ta isin diinaan booji'amti jettan ta bada'aa fi mishaa addaan baasanii hin beenne calla'atu gara lafa sanii gala; lafattii isaanii kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ijoolleen teessan ta isin: Hin booji'anti jettane, ta waan hantu'uu fi dansaa gargar baasanee hin beenne lafa sanitti hin galti; ani lafa san isaaniif hin kenna; isaanille hin qabatan.