Deuteronomy 1:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani dachaa, lafa aloo ta qajeela galaana Diimati iti d'aabad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin garuu deebi'a'aatii karaa galaana diimaa biraan gara lafa gammoojji'ii fidu saniin deemaa'a›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ammoo deebi'a'aatii, karaa gara abbaayaa diintu'uu geessuun gara goomole'ee deema'a» jedhe.