Deuteronomy 1:41 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani isani waan naani jettani, Nu yayu AABBO Waaqa durati ch'ubbu tolchine, ammo amma iyyaana, akuma AABBO Waaqi keenna nuni jed'e. Ammalle isaani nami ch'ufti lafa gaareeni suni koritini laaftu jettani mart'ifatani miha keesani ka lola fud'attani iti d'aabattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isinillee, ‹Nu'u Rabbiin yakkineerra; akkuma Rabbi Waandhi keenna nuun jedhe baanee lolla jettanii akkuma salpha'atti lolaaf qophooftan; namni keessan maruu woraana harkatti qabatee gara biyya gaaraa san bayuu jibbe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isin deebittanee, «Nuuti Mootii Waan Maraa yakkineerra. Akkuma Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna nu ajajetti ol baanee hin lolla» anaan jettane; lafa koobitti'itti ol bayanee loliis kasoo isinitti fakkaattee, tokko tokkoon keessan meya woraanaa hidhatane.