Deuteronomy 1:42 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Waaqi waan naani jed'e, Waan atini worraani jettu, nyaapa keesani inhad'ina, anini isani inqarqaaru, tanaafi nyaapi worraa worra dabsata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi garuu, ‹Ani isin woliin hin jiru; diina keessan harkatti akka hin kufne baatanii hin lolinaa'a› jedhiin naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo, «Ani isin woliin waan hin jiraanneef, ‹Ol baatanee hin lolina'a. Diinoti keessan isin hin injifatan› jedhii isaanitti himi!» anaan jedhe.