Deuteronomy 1:43 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan AABBO Waaqi jed'e isaniti hime, ammo isani inch'aqamne. Isani isa jalaa diddani, mata guddifattani, lafa gaareeniti iti d'aabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isinitti hime; isin garuu ajaja Rabbii diddan malee na hin dhageenne; uf jajuu keessaniin gara biyya gaaraa duultan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani isinitti himeera; isin ammoo hin caqanne. Isin ajaja Mootii Waan Maraa finqiltanee mormiisaan koora keessaniin gara biyya koobitti'ii ol duultane.