Deuteronomy 1:44 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Amori, ka lafa gaaraa suni keesa tau, aka tuuta kinniisa isaniti baafate, haga lafa Horma isani reebe, ammalle lafa gaareeni taa Edomuti isani dabsate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya gaaraa san irratti worri Amoorotaa dhufanii isiniin lolanii akkuma duula kinniisaatitti isin ari'anii Seeyiriin irraa haga Heermaamii isin dhayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Amoorotaa ka lafa koobittii san keessa le'anu gad bayanee isin lolanee akka tuuta kinniisaa isin ari'ane; Se'iirii haga Hormaatitti isin ari'anee ijjeesane.