Deuteronomy 1:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafi Musani dubbi seera Waaqatifi barsiisa isaa biyyati hime gaafa biyyiti Yordanini ilaboru, lafa Moabu keesa, jirtu. Inni waan jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoordaanosiin gara baya biiftu'uutitti worra Moo'aabii keessatti Muuseen seera kana akkana jedhee himuu jalqabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen lafa Mo'aabii ta laga Yordaanosii irraa karaa aduun baatu jirtu keessatti seera Waaqaa barsiisiisa jalqabee,