Deuteronomy 1:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa nu gaara Sinai jiru AABBO Waaqi keenna waan nuuni jed'e, Isani ya fulla gaara kana guddo teetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi Waandhi keenna Kooreebitti akkana jedhee nutti dubbate; ‹worri gaara kana irra jiraattan amma isin gayee deebi'aatii
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna gaara Siina'aa irratti nu'uun, «Kunoo isin, gaara kana gubbaa yennaa dheertuu turtaneertan.