Deuteronomy 1:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi amma faad'a durati godaana lafa gaareeni ta Amoritifi lafa d'aatu d'ibii: bale Yordani faa, lafa gaareeni ammalle lafa golbo, ta bitaa faa, ammalle lafa afaani baariini lafa Kanaanitiifi lafa gaara Lebanoni. Haga galaana gudda Efrati d'aqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gara lafa gaaraa, gara biyya Amoorotaatii fi daangaa isaanii maraa, gara lafa Arabaa, gara lafa badda'aa, gara lafa Arabaa, gara lafa gammoojji'ii, gara galaana gara bita'aatiin jiruu gara lafa Kana'aanii, gara Libaanosii haga laga guddaa Efraaxisii deemaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma asii ka'a'aatii gara biyya koobittii Amoorotaa, gara kolbaa ollaa isaanii ta Arabaayi keessaa mara, gara lafa gaaraa, gara lafa koobota jalaa ta gara aduun seentuu, gara goomolee kibba kana'aanii, ta irga abbaayaa Mediteraaniya'aa gara lafa kana'aanotaa, gara Libaanonii haga Efraaxiisii laga guddichaatitti deema'a.