Deuteronomy 10:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan naani jed'e, D'akha hahafalicha lamaani aka ka qara kaani boch'i sanduqa keesa nat'ule mukhaani mid'aasiifi, gaara gubbati natiini kooti,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi akkana naan jedhe, «Gabateewwan dhagaa baxxe'ee lamaan ka akka duraa ka waa itti barreessan bocii gara kiyya gara gaaraa ol bayi saanduuqa waada'aa muka irraa ufiif hojjadhu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Mootiin Waan Maraa, anaan, «Dhakaa baxxicha lama kama qaraa kaan fakkeessii bociitii, gaara irratti gara kiyya koy; saanduqa mukaalle huji.