Deuteronomy 10:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan nami jed'e, Beeni, worra kana dura deemi, aka worri lafa anini ababoota worraati kenne fud'atu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi, ‹Ka'ii banii afoo deemi gara lafa ani abboota isaaniitii kennu'uuf kakadhee sanitti galanii haa dhaalanii› naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa, «Akka isaan lafa ani abbootii isaaniitii kenniisaaf kakadhetti galanee dhaalanu, ka'iitii kolbaa tana sooressi» anaan jedhe.