Deuteronomy 10:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma worra Israeli AABBO Waaqi maani isani iraa fed'a? Wonti inni isani iraa fed'u, aka isani AABBO Waaqa keesani sodaatani, kara isaa ch'ufa gula yaatani, isa jaalatani, AABBO Waaqa keesani garaafi onne teesani ch'ufaani hojattani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Israa'el! Rabbii Waaqa kee akka sodaattu, karaa isaa keessa akka deemtu, isa akka jaalattu, onnee keetii fi qalbii kee maraan akka isa waaqeffattu, ani adha akka wonti mishaan sii ta'u seeraa fi ajaja Rabbii ka ani sitti himu akka eedduuf malee wonti Rabbi Waandhi kee si irraa barbaadu maali'i?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle, ee Israa'el, Mootii Waan Maraa Waaqa keeti sodaatiisa, karaa isaa mara irra deemiisa, isa jaalatiisa, gadhaa keeti tokkochaa fi lubbuu teeti takkatti'iin isa tajaajiliisa malee, Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti maan si irraa barbaada?