Deuteronomy 10:13 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle aadaafi seera, ka anini AABBO Waaqi ara isanii kenne, guutani akanaani eeba argattani.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni dansaan akka sii teetuuf, ajajaa fi seerata Mootii Waan Maraa ka ani adha sii kennulle akka eegatu malee maan si irraa barbaada?