Deuteronomy 10:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo jaalalti AABBO Waaqa, ta inni ababoota teesani jaalate, guddo jabdu, tanaafi inni gosa d'ibi keesaa isani fohate haga arrale gumi ufi isani tolfate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan abboota teetii calla'aaf gammadee isaan jaalate; isaaniin maayessa orma maraa jiddu'uu isin filate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, Mootiin Waan Maraa abbootii teetitti gammadee, isaan jaalatee, adhalle gosa biyya adda addaa mara keessaa si sanyii isaanii filateera.