Deuteronomy 10:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi deebitani mata injabaatiina armaa achi AABBO Waaqa d'agaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa Rabbi Waandhi keessan Waaqa waaqotaa, Gooftaa gooftotaa, Waaqa jabaa'a, Waaqa nama sodaachisu; ka murtii wol hin caalchifne ka araaraa fi gatii nama hin gaafanne waan ta'eef isin daba onnee teessanii qajeelfadhaa'a; ammaa achi worra lum'a jabaatu hin ta'inaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, isa tajaajiliisaaf qalbii teessan haqanqabaa qabadha'a; haganaa achi mata-jabeeyyii hin te'ina'a.