Deuteronomy 10:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi keessuma jaalad'a, isanileeni duri lafa Misiriti keessuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin waan biyya Misiriititti baqattoota turtaniif worra baqate jaaladhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isinuu biyya Gibxi'ii keessatti alagaa teetanee waan beettanuuf, worra alagaa te'eeru jaaladha'a.