Deuteronomy 10:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini dubbuma d'akha hahafalicha atini ch'absite ka qara kaani irati t'aafe kanale irati t'aafa; duuba atini maro tana sanduqa keesa kayu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
jechoota gabateewwan dhagaa baxxe'ee ka duraa ka ati cabsite sanniin irra jiran dhagaa barreeffamaaf bocame kanniin irratti barreessi saanduuqa waada'aa keessa keettaa»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille dhakaa baxxicha lamaan san irratti jechoota dhakaa baxxicha lamaan qaraa, ka ati caccassite irra jiru kaan, deebisee hin barreessa. Achiin duuba ati dhakaa baxxicha ani irratti barreesse lamaan san saanduqa keessa hin keetta» jedhe.