Deuteronomy 10:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa keesani sodaad'a, isuma ch'alla kad'ad'a. Isa biraa indeemina, maqa isaa ch'allaani kakhad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Waaqa kee sodaadhu; isuma waaqeffadhu; isaa amanamtoota ta'a'aa maqaa isaatiin kakadhaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa Waaqa keeti sodaadhuu, isa tajaajili. Isatti maxxaniitii, maqaa isaatiin kakadhu.