Deuteronomy 10:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa ababooti teesani lafa Misiriti godaante, worri nama torbatama ch'alla, ammo amma AABBO Waaqi keesaani ya isani daraarse, aka urji garaa waaqa isani tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abboonni tee namoota torbaatamaa ta'anii gara biyya Misirii bu'an ammallee Rabbi Waandhi kee baay'inna kee akka urjiiwwan Sami'ii godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbootiin teeti nama torbaatama te'anee gara biyya Gibxi'iitti gad bu'ane. Amma Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti akka urjii gubba'aa si baceesseera.