Deuteronomy 10:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini sanduqa mukha d'adachatiini mid'aase, d'akha hahafalicha lama, ka akuma d'akha qara kaani jiru boch'e, gaarani kore.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kanaaf anillee muka ajo'oo irraa saanduuqa waada'aa hojjadhe dhagaawwan baxxee lamaa ka akka dhagaawwan baxxee duraa ka waa itti barreessan lama bocee isaan lamaanuu harkatti qabadhee gara gaaraa ol baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani muka gololchaa irraa Saanduqa huje; dhakoota baxxicha lama kama qaraa kaan ka fakkaatu bocee, harkatti qabadhee gara gaaraa ol baye.