Deuteronomy 10:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini gargale gaara iraa gabue. Jennaani akuma AABBO Waaqi naani jed'e, sanduqa anini mid'aase kaani keesa kaye arti asile artuma keesa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
deebi'ee gaara irraa bu'ee ani gabateewwan dhagaa ka bocame san saanduuqa waada'aa ka hojjadhe keessa kaaye; akkuma Rabbi na ajaje barreeffamni kunniin saanduuqa waada'aa keessa jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba anille deebi'ee gaara irraa gad bu'ee, dhakoota baxxicha lamaan san akkuma Mootiin Waan Maraa na ajaje saanduqa huje san keessa keye; isaan ammalle achuma keessa jiran.