Deuteronomy 10:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Artilee kaani Gudgoda qubatani achii kaani Yorbatha lafa madda guddo qabdu qubatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiillee ka'anii gara gudgodda'aa deeman; Achiillee ka'anii gara Yooxibaataa bisaan itti argamuu deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan achii ka'anee gara lafa, «Gudgodaa» jedhantuu deemane; achille'ee ka'anee gara lafa bisaan yaa'u qadduu gara lafa, «Yoxbaataa» jedhantuu deemane.