Deuteronomy 11:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa keesani jaalad'a, guyya ch'ufa dubbifi gorsaafi aadaafi seera isaa guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Eeganaa ati Rabbii Waaqa kee seera, murti'ii fi waan inni sitti hime hennaa maraa eegi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa Waaqa keeti jaaladhu; waan inni si irraa barbaadu seerata, seeraa fi ajajoota isaa yennaa mara eegadhu.