Deuteronomy 11:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi keesani lafa tana qorqorate, gannaafi hagayya ch'ufa tissa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
lafti tun biyya Rabbi Waandhi kee tooyatu jalqaba wogga'aatii haga dhuma wogga'aa ijji Rabbii Waaqa keetii hennaa maraa isii irra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa tana ka kunuunsu Mootii Waan Maraa Waaqa keessan; ilti Mootii Waan Maraa ta Waaqa keetii jalqaba wogga'aatii haga dhuma wogga'aatitti yennaa mara isii toowatti.