Deuteronomy 11:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja isaani seera anini arra isani kennu kana guutani, AABBO Waaqa keesaani jaalattani, garaafi onne teesani ch'ufaani isaa hojattani;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kanaafuu Rabbii Waaqa keessan akka jaalattan onnee keessan guutu'uu fi qalbii keessan guutu'uun akka isa waaqeffattan ajaja ani adha isin ajaju maraa yoo sirri'itti dhageettan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ati ajajoota ani adha sii kennu kana addatamumma'aa yoo eegatte, Mootii Waan Maraa Waaqa keeti jaalattee, gadhaa tokkochaa fi lubbuu takkatti'iin yoo isa tajaajilte,