Deuteronomy 11:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni hojja wogaani bokaya geetu, hagayyafi gannale isani roobe isani mid'aanifi daad'ifi d'ad'ale argattani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
midhaan kee, woyinii keetii fi sayitii kee ka ejersaa akka hennamaan wolitti qabattan hennaa maraa rooba gannaatii fi rooba badheessaa isinii rooba;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akka ati midhaan keeti, woynii teetii fi zayitii ejersaa teeti galfattu, inni lafa teeti irratti yennaa yennaa isaatitti rooba gannaatii fi hageyyaa hin roobisiisa.