Deuteronomy 11:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani akasi taatani, AABBO Waaqi isaniti dallane bokaya roobu dide lafti teesani aka male godde woma baasu dad'abdi! Duuba isani achiti hurre dootani, ato lafti inni isanii kenne sunini dansa taatele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka isinitti hin dheekkamne, roobni akka hin roobne laftillee sanyii akka hin kennineef Rabbi akka Samii isinitti hin cufne lafa michuu Rabbi isinii kennu irraa daftanii akka hin banne uf eegaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo tana gootane, Mootiin Waan Maraa isinitti aaree, ol-gubbaa cufee bokkeenni akka hin buunee fi latti midhaan akka hin kennine hin godha. Isinille lafa dansaa Mootiin Waan Maraa isinii kennu irraa yoosuma hin baddan.