Deuteronomy 11:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi dubbi tiyya tana garaafi onne teesani keesa keeyad'a aka beesisa harkaafi addaleti hid'ad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Eeganaa jechoota kanniin qalbii keessanii fi garaa keessanitti qabadhaa'a; akka malkataatitti harkatti isaan hidhadhaa'a; jechoonni kunniin ija keessan afo'oo hin gorin;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jechoota kiyya kana gadhaa keessanii fi qalbii teessan keessatti qabadha'a; qaabbii akka isinii teetu harka keessan irratti hidhadha'a; adda keessan irralle'etti keyadha'a.