Deuteronomy 11:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya kana waan AABBO Waaqa ka isani barattani qaabad'a nami waan suni barate ilmaani teesaniniti, isanuma isani guddinnaafi jabeennaafi irreefi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gorsa Rabbii Waaqa keessanii, guddinna isaa, irree isaa jabaa, harka isaa ka diriire,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adabbii Mootii Waan Maraa Waaqa keessanii: Guddinna isaa, hunna jadduu isaa, irree isaa ta inni diriirse, dhaggitee ta beette ijoollee teessan adoo hin te'in, isin akka teetane adha qaabadha'a;