Deuteronomy 11:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba isanifi ilmaani teesanileeni lafa AABBO Waaqi ababoota teesani kakhate keesati lubbuuni bultani. Haga lafafi gubbaani, jirtu isani achi teetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
balbala mana keetiitii fi cufanaa karra keetii irratti barreeffadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo tana gootane, barri keessanii fi barri ijoollee teessanii lafa Mootiin Waan Maraa abbootii teessanii kenniisaaf kakate keessatti akka bara ol-gubbaa lafaan gubba'aa hin dheerata.